Numbers 4:37 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajaje worri daasee keessatti hojjatan maruu worri Qa'aatii ka Muuseenii fi Aaroon laakkayan kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajajetti, fira Qehaatotaa mara, worra Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajilanu, ka Muuse'ee fi Aaron laakkowane.