Numbers 4:41 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajaje ijoolleen Geedisoonii ka daasee wol gayi'ii keessatti tajaajilan akka gosa isaaniitiin worri Muuseenii fi Aaroon laakkayan kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun wolumatti fira Gershoonotaa ka Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajilane. Akkuma Mootiin Waan Maraa ajajetti Muuse'ee fi Aaron isaan laakkowane.