Numbers 4:43 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri daasee wol gayi'ii keessatti hojjachu'uuf seenan maruu namni woggaa soddomaa irraa jalqabee haga wogga shantamaa jiran,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhiirti woggaa soddomaa haga woggaa shantamaa, ka Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajiliisaaf dande'anu marti laakkowamane.