Numbers 4:47 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri daasee wol gayi'ii keessatti hujii hojjachu'uuf, mi'a baadhachu'uuf seenan maruu, nama woggaa soddomaa irraa jalqabee haga woggaa shantamaa jiru,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhiira woggaa soddomaa haga woggaa shantamaa, ka hujii tajaajilaatii fi Dunkaanii Woldeenna'aa ba'atiisaa dande'anu mara laakkowane.