Numbers 4:49 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajaje marti isaaniituu akka hujii isaaniitiif ba'aa isaaniitiin harka Muuse'eetiin laakkayaman; akkuma Rabbi Muusee ajaje isaan harka isaatiin laakkayaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajajetti nami tokko tokkooyyuu, maan akka hujuu fi maan akka ba'atu itti himame. Akka kanaan isaan akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajajetti laakkowamane.
Recommended Reading