Numbers 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ammalle waan kana ch'ufa ha woya diimtu irati ballisani, golla d'iisisani ira kaayani, kalcho baataniini keesa naqaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan irrattillee carqii diimaa badhisaa'a; erbee sukkuumamee laafeen nafa isaanii dhossaa'a; loosaallee isa keessa galchaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woyaa diintuu irra afanee, gogaa hoolee galaanaa irra buusanee, muka rare'een ba'atanu addee isaaniititti galchanuu ti.