Numbers 5:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ha bisaani qulqullo okote faarati naqe, biyye Waaro Woyyuma keesa lafa iraa fuud'e, bisaani suniti naqe had'esuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi bisaan qulqulluu mi'a faaraatitti woraabee biyyee daasee wol gayi'ii keessa jiru fuudhee, bisaan woraabe sanitti facaasa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
achiin duuba bisaan woyyicha meya faaraatitti woraabee, dunkaanii dhugaa bayaa keessaa bukuu fuudhee bisaan sanitti naquu ti.