Numbers 5:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu. Nami d'ukuba hama aka qomaat'a qabu yokhaani ka nafi mamadae malaani keesaa yaatu, yokhaani nama ch'ufa ka reefa tuqe t'urae ha gumi keesaa bahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'elii keessaa nama dhibee gogaa kukkutu qabu maraa, nama waan akka bisaanii ka nafa isaa keessaa jigu qabu maraa, nama reeffa tuqu'uun battaaye maraa, akka ganda keessaa baasan isaan ajaji; dhiiraa fi intalallee baasaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Israa'elooti nama dhukkuba goga'aa farrisiisaa qabu, nama nafa hilaa isaa keessaa woy dhangala'u, nama reeffa tuqiisaan akka aadaa dhugeeffanna'aatitti qulqulluu hin te'in mara addee quttumaa keessaa akka baasanu ajaji.