Numbers 5:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi maqa kanke ha gumi keesa abaaruti. Inni ha saaba kanke yake garaa kanke iitesuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi intala tana hin kakachiisa; gadichi intalatti'iin ‹Rabbi gudeeda kee haa raammessu; garaa kee haa bokossu; banii kee keessaa nama abaarsaa si haa godhu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hayyichi, dubartittii san kakuu abaarsaa kakachisiisaan: Mootiin Waan Maraa gadhaa keeti iitessee, gudeeda keeti huqqisee, kolbaa teeti oddu'utti ta abaarante si godhuu ti;