Numbers 5:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qaallichi ha garbu Waaqaa baasani taani harka niiti suni iraa fuud'e, Waaqati olqabe, waan aka mesa ka sorio irati baasani kaani ira kayuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi kennaa midhaanii ka waan hinaaffa'aatiif dhiyaatu san isii harkaa fuudhee Rabbiin afo'otti sosochoosa; gara hulee ciinca'aallee hin fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyichi kennansa midhaanii ka marroo hinaaffa'aatiif dhikaatu san dubartittii san harkaa fuudhee, fuula ana Mootii Waan Maraa duratti tachoosee, gara addee ciinca'aatitti dhikeessuu ti.