Numbers 5:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni ha garbu taani harka guutate, aka waan kana Waaqa iraa argate fulla sorio irati baasani irati gubuti. Duuba eege inni ha niiti suni bisaani obaasuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa gadichi kennaa midhaanii san hammaarrii tokko guutuu yaadanno'oof fuudhee hulee ciinca'aa irratti ciinceessa; achiin maayessa bisaan san intalattii obaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyichi kennansa midhaanii ka yaadanno'oo san harka tokko fuudhee, addee ciinca'aa irratti gubuu ti. Saniin duuba inni akka dubartittiin bisaan san untu godhuu ti.