Numbers 5:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri kana ka hojja nami niiti ufi hinaafe, waan isiini jaala qabdu sehate quufa d'abe. Niitiini ha AABBO Waaqa dura d'ufte, qaallichi aada tana guututi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haadha manaa abbaa worraa ufiitiin alatti battoofte yookaan abbaan worraa isi'ii yoo itti hinaafe, seerri nama hinaafee kana; gadichi intalattii Rabbiin afoo dhaabsisee waan seerri jedhu maraa isii irratti haa raawwatuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Seerri marroo hinaaffa'aatiif kenname kana: Dubartittiin adoo abbaa manaa jala jirtuu seera irraa gortee, yoo ifi batteessite,