Numbers 5:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra qulqullo intahini kana ch'ufa gumi keesaa baasa, aka worri fulla anini gumi keesa tau int'ureesine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ganda isaanii keessa hulee ani bulu akka hin xureessine ganda san keessaa isaan baasaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee quttumaa ta ani odduu isaanii le'u, akka isaan hin batteessine, worra qulqulluu hin te'in dhiiraa fi dubartii addee quttumaa keessaa alatti baasi» jedhe.