Numbers 5:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iirsi wollaala inqabu, ammo niitiini yo waan suni keesa jiraate gaargala suni argachu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoo san namichi cubbuu irraa hin qulqullaaya; isiin ammo cubbamtuu taati» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan manaa yakkaa akka hin qanne akkasitti hin beekkama; dubartittiin ammoo akka yakkaa ifiititti hin dhaggatti› jedhi!» jedhe.