Numbers 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi sabaliisa toko ha aka sorio dabaani ufiraa baasani baasuti, kaanile ha aka sorio gubani baasani baasuti, aka akanaani namicha reefati d'iaate t'urae kaani qulqulleesu. Guyyuma suni namichi ha ammalle rifeensafi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gadichi tokko ciincaa cubbu'uutiif; ka lammeesso'oo ammo ciincaa ciincawuuf dhiyeessa; namichi reeffa tuqee uf batteessu'uun waan cubbamaa ta'eef guyyaa san araara godheefii isa woyyoomsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni reeffatti dhikaatiisaan waan cubbameef, hayyichi saphaliisa tokkocha kennansa sababa cubbu'uutiif dhikaatuuf, saphaliisa tokkocha ammoo kennansa gubamuuf dhikeessuu ti. Inni gaafuma san rifeensa mataa ifii deebisee adda baasuu ti.