Numbers 6:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla balbala Waaro Woyyuma, namichi aada Naziri keesa jiru suni, ha rifeensa haadate ibida sorio wold'ageeti gubbati gubani kaaniti jissuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi Rabbiif adda baye sun mataa ufii daasee wol gayi'ii keessatti haadata; rifeensa mata'aa ka haadate san fuudhee ibidda ciincaa fayyumma'aatiif qophaaye irratti guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba nami ana Mootii Waan Maraatiif adda baye sun rifeensa mataa ifii seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa duratti haadatee, ibidda kennansi tokkumma'aa itti ciinceffamu keessa keyuu ti.