Numbers 6:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eegi balleensu elemo kaani d'aabani, qaallichi ha fuud'e, qit'a fufurda kaani tokofi qit'a hahapicha didiqa kaani toko woliini, harka namicha aada Naziri keesa jiru kaani keesa kayuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gadichi irree foon korbeessa hoola'aa ka affeelame bixilee xoroshoo kooboo tokko keessaa fuudhee xoroshoo haphii tokko fuudhee namichi adda uf baasee mataa haga haadateen maayessa harka nama adda uf baasee san irra kaaya;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Achiin duuba, foon harka korbeessaa yennaa iffeelame, hayyichi daabboo uukoo hin qanne tokkoo fi bixee hephellittii uukoo hin qanne takkattii kollonjoo keessaa fuudhee, harka isaa keessa keyuu ti.