Numbers 6:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi waan jed'e, Akanaani maqa kiyyaani gumi Israeli eebisani, aninileni worra eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Rabbi, «Akka kanaan maqaa kiyya waamanii banii Israa'elii yoo eebbisan anillee isaan eebbisa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maarre isaan maqaa kiyya waamanee kolbaa Israa'elii hin eebbisan, anille isaan hin eebbisa» jedhe.