Numbers 6:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami akasi kunini ha daad'ifi farso lagatu. Yokhaani inni waan zabibu iraa mid'aasani, ka d'uganifi ka nyaatanile ch'ufa ha lagatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
daadhii woyini'iitii fi waan nama macheessu irraa uf haa qabuu; woyinii yookaan waan dhangaggaawu hin dhugin; cuunfaa woyini'iillee hin dhugin; daraaraa isaa ka gogellee hin nyaatin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
daadhii woyni'ii irraa, untoo dhibii ta nama macheessitu irraa ifi eeggatuu ti; daadhii woyni'ii dhangaggoottuu yookiin untoo dhibii nama macheessitu hin unin. Cunfaa midhaan woyni'iille hin unin yookiin midhaan woyni'ii shawwee yookiin gogaa hin nyaatin.