Numbers 6:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga inni aada Naziri suni keesa jiru, inni waan zabibu iraa baha killefi qola mid'aani isiile taanaani tokole inyaatini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'oota Rabbiif adda uf baase irraa jalqabee daraaraa woyini'ii qola isaallee akka hin nyaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni bara ana Mootii Waan Maraatiif ifi adda baase mara waan midhaan woyni'ii irraa hujame mara yookiin qollofa woyni'iituu hin nyaatin.