Numbers 7:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Musani ijaarsa Waaro Woyyuma hobaase, inni Waaro sunifi miha isii ch'ufafi waan sorio irati baasanifi miha isaale ch'ufa muude eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen hulee bulti'ii ijaaree ufii fi mi'a maraa haga muudee woyyoomseen maayessa; hulee ciinca'aatii fi meeshaa maraa haga woyyoomseen maayessa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen yennaa dunkaanii dhugaa bayaa dhaabee fixe, dunkaanii dhugaa bayaatii fi meya isi'ii mara, addee ciinca'aatii fi meya isi'ii mara zayitii ejersaa muudee woyyoonse.