Numbers 7:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gugurdaani kaanileeni wabase, guyya waan sorio irati baasani muudani eebisani. Hojja worri waan baasu suni baasiti fulla suniti kurfae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa hulee ciinca'aa muudan bulchoonni hulee ciinca'aa woyyoomsu'uuf kennaa dhiyeessan; bulchoonni kennaa ufii gara hulee ciinca'aa dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen ciinca'aa yennaa eebbifantu sooressitootille eebba isi'iitiif kennansa fidanee addee ciinca'aa duratti dhikeessane.