Numbers 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan worra gugurda kanani jettu, Isani namu guyya ch'ufa, haga bulti kud'ani lama, ha waan ufi ka baasuni d'ufuti, aka fulla sorio iti qalani suni eebisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een akkana jedhe, «Bulchoonni hulee ciinca'aa woyyoomsu'uuf namni maruu kennaa ufii guyya guyya'aan haa dhiyeessuu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Sooressitoota keessaa eebba addee ciinca'aatiif, guyyuma guyya'atti nami tokko kennansa ifii akka dhikeessu isaanitti himi» jedhe.