Numbers 7:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri baasu kana iraa fuud'i, huji Waaro Woyyumatiini hojad'i; worra Lawiti kenni, huji worri hojatu gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akka hujii daasee wol gayi'iitiif ta'u isaan irraa fuudhiitii worra Leewwotaatiif akkaataa hujii isaaniitiin kenniif.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tajaajila Dunkaanii Woldeenna'aatiif kennansa kana sooreyyii irraa fuudhi; Lewwootaaf akkuma hujii isaaniititti isaaniif kenni» jedhe.