Numbers 7:79 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kennaa midhaanii daakuu mishaa dhaadha'aan sukkuumame keree worqii irraa hojjatame tokko ka saqilii dhibbaa fi soddomaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansi inni dhikeesse gabataa meetii irraa hujame tokko akka sheeqelii addee woyyitti'iititti, ka sheeqelii dhibbaa fi soddoma madaaluu fi qorii boollittii meetii irraa hujante takka, akka sheeqelii addee woyyitti'iititti ta sheeqelii torbaatama madaaltu dhikeesse; isaan lamaanuu kennansa midhaanii bullaa dansaa zayitii ejersaatiin sukkuumanteen guutamaneeran.