Numbers 7:84 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa hulee ciinca'aa muudan bulchoonni Israa'elii kennaan isaa hulee san woyyoomsu'uuf dhiyeessan keree birrii irraa hojjatame kudha lama, shandhee birrii irraa hojjatame kudha lama, mooqqaa birrii irraa hojjatame kudha lama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa addeen ciinca'aa muudante kennansi sooreyyiin Israa'elootaa, eebba isi'iitiif dhikeessane isaan kana: gabataa meetii irraa hujame kudhanii lama, qorii boollittii meetii irraa hujante kudhanii lama, girgiraa worqii hujame kudhanii lama;