Numbers 7:89 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen hennaa Rabbiin woliin dubbatu'uuf gara daasee wol gayi'ii seene qadaada saanduuqaa ka Araaraa gubba'aa kiruubeelii jiddu'uun laagaan isaa hennaa dubbatu dhagaya'aa ture; innillee woliin qaaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen Mootii Waan Maraa woliin dubbatiisaaf Dunkaanii Woldeenna'aa yennaa seene, qadaaddaa Saanduqa addee gumaan araara cubbu'uu irra keyamu ka dada ol-gubba'aa ta koola qaddu lamaan wodhakkaa jiru gubba'aa qoonqoo isatti dubbattu dhage'e. Mootiin Waan Maraa isatti dubbate.