Numbers 7:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Musani gaarifi qotiyo worra Kohathiti inkennine, wonti akanatiifi mihi qulqullooni worri qorqoratu waan gurmuti baatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Qa'aatii ammo isaan waan mana woyyuu keessatti hojjataniif waan gurmu'utti baadhataniif womaa isaanii hin kennine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Qahaatotaa ammoo meya woyyicha gurmuu ifii irratti waan ba'atanuuf, Muuseen garreettaa geejjibaatii fi korommii isaaniif hin kennine.