Numbers 8:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Lawi harka ufi mata koromi lamaani taani ha ira kayuti, korma toko ha sorio dabaani ufi iraa baasani baasaniiti, kaani d'ibi ha sorio gubani baasani baasaniiti, aka akasiini worra Lawi qulqulleesani aada guutanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaallee harka ufii mataa mirgoole'ee irra haa kaayanii; waan araara Leewwotaatiif mirgoo tokko ciincaa cubbu'uutiif; mirgoo lammeesso'oo ammo ciincaa ciincawuuf Rabbii dhiyeessi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti harka ifii mataa dardara lamaanii san irra keyanuu ti; Aaron dardara tokko kennansa araara cubbu'uutiif dhikeessee, dardara kaanille Lewwootaaf gumaa cubbu'uu godhiisaaf kennansa gubamu ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessuu ti.