Numbers 8:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Lawi koba baasi, eebisi, naa kenni, Harunifi ilmaani isa gudda worraa tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worra Leewwotaa Aaroonii fi ijoollee Aaroonii afoo dhaabsisi; kennaa Rabbii godhii isaan muudi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worra Lewwootaa Aaronii fi ilmaan isaa dura dhaabbachiisiitii akka kennansa tachoofamuu fuula kiyya duratti dhikeessi.