Numbers 8:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani worra Lawi worra Israeli kaani keesa koba baasi, aka worri kiyya tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Israa'elii keessaa worri Leewwotaa kiyya haa ta'anii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa kanaan Lewwooti Israa'eloota kaan oddu'uu adda baasi; isaanille kiyya hin te'an.