Numbers 8:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi atini worra Lawi qulqulleesite eebifte koba na baafte, worri ha Waaro Woyyuma seene hojatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa worri Leewwotaa daasee wol gayi'ii keessatti hennaa hojjachu'uuf seenan kennaa gootee isaan dhiyeessita;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati isaan qulqulleessitee akka kennansa tachoofamuu dhikeessiteen duuba, isaan Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajiliisaaf ol seenanuu ti.