Numbers 8:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fulla angafa ilmaani Israeli worra fud'ad'a worri amma kiyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaan ijoollee Israa'elii keessaa bikka kaawwanii sirima anaaf waan fooyamaniif; ijoollee Israa'elii keessaa ka hangafa dhalate maruu ufiif waan taasifadheeruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'eloota keessaa isaan guutumatti naaf kennamaneeran; Israa'eloota mara keessaa angafa addee fudhadhu, Lewwoota fudhadheera.