Numbers 8:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini ilmaani angafa ch'ufa lafa Misiri keesa hobaase, gaafasi anini ilmaani d'iira ta Israeli ta angafatiifi waan horini worraa goroomuma d'ale ch'ufa fohad'e, koba olkeyad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa hangafa biyya Misirii maraa ajjeese ijoolleen Israa'elii hangaffan maruu nama ta'ee'e yookaan horii ufiif isaan waan woyyoomfadheef isaan kiyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa angafa biyya Gibxi'ii keessaa mara ijjeese, ka worra Israa'elii adda baafadhe; tanaaf, Israa'eloota keessaa dhiira te'ee ka dhalate, angafi namaatii fi hori'iille kiyya.