Numbers 8:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba worra Lawi suni Harunifi ilmaani isaati kenni gumi Israeli keesa, aka worri Waaro Woyyuma keesa worra Israeliti hojatu, ammalle aka worra Israeli gaargala sila worrati d'ufa, yo worri fulla qulqulloti d'iaatu, iraa d'owu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii hennaa balaan akka isaan irra hin geenne akka ijoollee Israa'eliitiif araara dhiyeessan hujii daasee wol gayi'ii keessa akka hojjataniif worra Leewwotaa ijoollee Israa'elii keessaa Aaroonii fi ijoollee Aarooniitii kennaa godhee isaan dhiyeesseera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Dunkaanii Woldeenna'aa keessa addee Israa'elootaa bu'anee akka tajaajilanuuf, Israa'elooti addee woyyitti'itti dhikaatanee balaan akka itti hin buune akka isaaniif araarsanuuf, ani Israa'eloota mara keessaa Lewwoota Aaronii fi ilmaan isaatiif kennansa godhee kenneera» jedhe.