Numbers 8:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini Harunini jettu, Hojja atini ifse torbaani waan ifseeni ira ejaanjitu gubbaa keete, ifseeni torbaani sunini ha fuula durati ifsituti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa ibsaa ibsitu ibsaan torbanuu baattuu ibsa'aa afo'otti ifan jedhii Aaroonitti himi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati Aaroniin ‹Issaa torba waan issaa irra keyanu irra yennaa keettu, akka adaala waan issaa irra keyanu duratti ifanu keyi› jedhiin» jedhe.