Numbers 8:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Lawi ufi qulqulleese, woya miich'ate, Harunini worra eebise AABBO Waaqaa kenne, worra qulqulleese aada guutefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Leewwonni cubbuu irraa hin woyyooman; uffata ufiillee hin miicatan; Aaroon kennaa Rabbii taasisee isaan dhiyeesse; Aaroon isaan woyyoomsee Rabbiin wolitti isaan araarse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti ifi qulqulloonsanee woyaa ifiille dhiqatane; achiin duuba Aaron akka kennansa tachoofamuu Mootii Waan Maraa duratti isaan dhikeessee, isaan qulqulleessiisaaf gumaa cubbu'uu isaaniif tolche.