Numbers 8:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Israeli waan worra Lawi, ka AABBO Waaqi Musani jed'e, tolche. Akanaani worri Lawi Waaro Woyyuma seene, Harunifi ilmaani isaa jala hojate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Leewwonni daasee wol gayi'ii keessatti Aaroonii fi ijoollee Aaroonii afo'otti hojjachu'uuf seenan akkuma Rabbi waan Leewwotaatiif Muusee ajaje isaanillee akkasuma godhaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saniin duuba Lewwooti sooressummaa Aaronii fi ilmaan isaatiin Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajila ifii tajaajiliisaaf ol seenane; kolbaan akkuma Mootiin Waan Maraa marroo Lewwootaa Muusee ajajetti waan mara isaaniif goote.