Numbers 8:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Lawi ch'ufti hojja ganni worraa diddami shani gahe ha Waaro Woyyuma keesa huji hojatuti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seerri worra Leewwotaa kana; namni woggaa diddamii shanii fi ka achii olii daasee wol gayi'ii keessatti hojjachu'uuf seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Wonni Lewwoota ilaalu asii gad jira; Dhiirti Lewwootaa ta woggaan isaanii diddamii shaniitii fi achii olii Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajiliisaaf dhufanuu ti;