Numbers 8:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo ganni worraa shantama gahe ha huji suni lakisuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaan isaanii yoo shantama guute, hujii ufii san hin dhiisan achiin maayessa womaa hin hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
woggaan isaanii shantama yennaa guutte ammoo tajaajila ifii irraa hin foorfatan; achiin duuba hin tajaajilanu.