Numbers 8:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eegi suni worri dandae worra Lawi kaani qarqaara, hojja worri Waaro Woyyuma keesa hojatu, ammo hataatu, huji tokole koba hojachu himmalle, aki atini worra Lawi hojachiiftu kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa waan isaanitti kenname eegu'uuf obboleewwan ufii daasee wol gayi'ii keessatti gargaaran; hujii daasee wol gayi'ii hin hojjatan; akkasuma waan hujii isaaniitiif worra Leewwotaa irra goota» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan tajaajila obboleeyyan isaanii Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajilanu obboleeyyan ifii qarqaaran malee, ifiif hujii hin hujanu. Akka kanatti itti gaafatamummaa worra Lewwootaa tarree galchita» jedhe.