Numbers 8:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ifseeni ira ejaanjitu suni nafa isii ch'ufa worqi tumanini mid'aasani aka AABBO Waaqi Musa garsiise gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baattuun ibsa'aa worqii tumame irraa akkasumatti hojjatame; soomayyuu isaa irraa jalqabee haga daraaraan isaa tumamee hojjatame akkuma Rabbi Muuse'etti mudhise baattuu ibsa'aa akkasumatti hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni issaa irra keyanu akka fakkeenna Mootiin Waan Maraa Muuse'etti mudhisetti jalaa ka'ee haga qaccee isi'ii ta akka daraara'aatitti worqii tumante irraa hujameera.