Numbers 8:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani qulqulleesanini iti fifit'i, waan jettuuni, rifeensa nafa keesani haadad'a woya teesanile miich'ad'a, aka akanaani qulqullooftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa isaan woyyoomsitu akkana goota; bisaan cubbuu irraa isaan qulqulleessu isaanitti facaasi; rifeensa nafa isaanii irra jiru maraa haa haadatanii, uffata ufii haa miicatanii; nafa ufiillee haa dhiqatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qulqulleessiisaaf, waan asii gad jiru kana godhi: bisaan ittiin qulqulloomanu itti fiffixi; achiin duuba akka isaan rifeensa nafa ifii duudii haadatanee woyaa ifiille dhiqatanee ifi qulqulleeffatanu isaanitti himi.