Numbers 9:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi lafa aloo ta gamooji ta Sinai keesati, jia qara ka ganna lameeso keesa eegi worri Israeli lafa Misiri keesa bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga biyya Misiriitii bayan woggaa lammeesso'oo ji'a duraa gammoojjii Siina'aa keessatti Rabbi Muusee akkana jedhee itti dubbate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti biyya Gibxi'iitii bayaneen duuba woggaa lammeesso'oo, ji'a tokkeesso'oo keessa, Mootiin Waan Maraa goomolee Siina'aa keessatti Muuse'etti dubbatee,