Numbers 9:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni sagale suni tokole hambise lafti iti imbariini, lafe hori suni tokole inch'absini. Inni jila Pasaka aada isii ch'ufa guutu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan nyaatan san keessaa haga boruutitti womaa akka hin hambifne lafee hin cabsinaa'a; waan seera ayyaana Faasika'aa maraa godhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan foon buruusoo korbeessa hoole'ee san haga boruyyaatitti hin hamburatin yookiin lafee isaalle hin cassin. Isaan yennaa Jila Irra Dabaramaa jilifatanu akka sirna Jila Irra Dabaramaatitti jilifatanuu ti.