Numbers 9:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nama tokole ka t'uri inqamne yokhaani ka imaltu ala injirre, ka aada jila Pasaka intolfanne ha gumi keesa kutaniiti, waan inni waan sila baasu malani guyya isii naa imbaasinifi. Inni gati daba ufi ha argatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni qulqulluun tokko ka imala hin dhandhe yoo ayyaana Faasika'aa hin ayyaanteffanne namni sun bani'iin adda bayee haa baduu; namni sun kennaa Rabbii henna'aan waan hin dhiyeessineef cubbamaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo nami akka aadaa dhugeeffanna'aatitti qulqulluu te'ee, karaa adoo hin ideemin Jila Irra Dabaramaa hin jilifatin hafe, kennansa Mootii Waan Maraatiif dhikeessu yennaa isaatitti waan hin dhikeessiniif, inni kolbaa ifii keessaa bawuu ti. Inni akka cubbuu ifiititti itti hin gaafatama.