Numbers 9:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami gosa d'ibi, ka isani keesa qubatu, aada Pasaka tolfachu fed'u, inni seerafi aada isii guute tolfachu male. Seeri jila tana nama ch'ufa ha takaa tahuti, gumi Israelitiifi nama gosa d'ibile taanaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni isinitti gale tokko yoo isin keessa jiraate inni ayyaana Faasika'aa ka Rabbii yoo ayyaanteffachuu barbaade akka seeraa fi murtii ayyaana Faasika'aatitti haa ayyaanteffatuu; nama biyyaatii fi nama isinitti galeefillee seerri ayyaana Faasika'aa tokko isinii haa ta'uu»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Alagaan odduu teessan le'u Jila Irra Dabaramaa yoo jilifatuu barbaade, akka seerataa fi sirna Jila Irra Dabaramaatitti jilifatuu ti. Isin worra alaga'aatii fi worra dhalataa biyyaatiif seeraa fi sirna tokkochuma qabaadha'a› jedhi» jedhe.