Numbers 9:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Waaro Woyyuma jaarani hobaasani, dumansi d'ufe d'osse; lafti galgalomnani dumansi sunini ibida fakaate haga lafti bariituti Waaro gubba tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa hulee bulti'ii dhaaban duumessi dhufee daasee raga'aa san golge galgalaa jalqabee haga ganamaa hulee bulti'ii ka dhaabame san irratti waan akka ibiddaa fakkaatutu jira;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa dunkaaniin dhugaa bayaa dhaabbatte, duumensi dhufee isii golle. Duumensi sun galgalaa haga ganamaatitti ibidda fakkaataayyu.