Numbers 9:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa akasuma; guyya, dumansati Waaro gubba mullata, halkani, ibidati iraa mullata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa maraa guyyaa duumessaan, halkan ammo duumessi akka ibiddaatitti golga'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa mara akkasuma te'aa ture; duumensi sun dunkaanii dhugaa bayaa golle; inni halkan ibidda fakkaataayyu.