Numbers 9:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri jecha AABBO Waaqa gula kae godaane, jecha isaa gula qubata. Haga dumansi Waaro Woyyuma ira tau ch'ufa worri achuma taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii ajaja Rabbiitiin deeman; ajaja Rabbiitiin quphatan ture; hennaa duumessi hulee bulti'ii irratti uwwifamu achuma turan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti ajaja Mootii Waan Maraatiin ka'anee deemanee, ajaja Mootii Waan Maraatiin qubatan. Haga duumensi dunkaanii dhugaa bayaa gubbaa jiru, isaan quttumuma san keessa turan.